Dijitaala irratti hojjachuun tajaajila egeree baankiiti jedhan, pirezidaantii ittaanaan raawwachiisaa Biizinasii Baankii daldalaa Itoophiyaa obbo Darajjee Fufaa.
Jilli obbo Darajjeen durfamu, dameelee baankichaa magaalaa Hosaanaa daawwachuun, dhimmoota adda addaa irratti hojjattoota waliin mari'ate.
*******
Jilli pirezidaantii ittaanaa raawwachiisaa biizinasii obbo Darajjee Fufaan durfamu, kenniinsa tajaajilaa dameetti kennamaa jiru daawwateera.
Daawwannaa boodas, hojjattoota distiriiktii Hosaanaa waliin, dhimma dijitaalaa, qabeenya maddisiisuu fi kenniinsa liqii akkasumas qulqullina kenna tajaajilaa irratti mari'ataniiru.
Marii kana irratti, tajaajila dijitaalaa baballisuun dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuuti jedhan, pirezidaantii ittaanaan raawwachiisaa biizinasii obbo Darajjee Fufaa.
Kanaaf haala yeroo hubatanii, waan jabanni barbaadu haala gaariin raawwachuun, murteessadha jedhan.
Dhimmi 'credit Democratization' baankiif, dhimma murteessadha.
Kana jechuun lammiin hundi liqii kana irraa fayyadamuu waan qabuufi jedhan.
Pirezidaantii ittaanaan muuxannoo maamilaa obbo Hayilayessuus Baqqalaa gama isaanitiin, amma jabana jijjiiramaa keessa waan jirruuf, fedhii maamiloota keenyaa hubannee gahee nurraa eegamu bahuu qabna jedhan.
Keessayyuu tajaajila dhaloota ammaatiin walmadaalu kennuun murteessaa ta'uu ibsan.
Pirezidaantii ittaanaan Riteel baankii obbo Dassaaleny Alamuu, hojjattoonni Oomisha baankichi dhiheessu hubatanii hojii irra oolchuu akka qaban dhaamaniiru.

0 Comentários
0 Compartilhamentos