• Dijitaala irratti hojjachuun tajaajila egeree baankiiti jedhan, pirezidaantii ittaanaan raawwachiisaa Biizinasii Baankii daldalaa Itoophiyaa obbo Darajjee Fufaa.
    Jilli obbo Darajjeen durfamu, dameelee baankichaa magaalaa Hosaanaa daawwachuun, dhimmoota adda addaa irratti hojjattoota waliin mari'ate.
    *******
    Jilli pirezidaantii ittaanaa raawwachiisaa biizinasii obbo Darajjee Fufaan durfamu, kenniinsa tajaajilaa dameetti kennamaa jiru daawwateera.
    Daawwannaa boodas, hojjattoota distiriiktii Hosaanaa waliin, dhimma dijitaalaa, qabeenya maddisiisuu fi kenniinsa liqii akkasumas qulqullina kenna tajaajilaa irratti mari'ataniiru.
    Marii kana irratti, tajaajila dijitaalaa baballisuun dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuuti jedhan, pirezidaantii ittaanaan raawwachiisaa biizinasii obbo Darajjee Fufaa.
    Kanaaf haala yeroo hubatanii, waan jabanni barbaadu haala gaariin raawwachuun, murteessadha jedhan.
    Dhimmi 'credit Democratization' baankiif, dhimma murteessadha.
    Kana jechuun lammiin hundi liqii kana irraa fayyadamuu waan qabuufi jedhan.
    Pirezidaantii ittaanaan muuxannoo maamilaa obbo Hayilayessuus Baqqalaa gama isaanitiin, amma jabana jijjiiramaa keessa waan jirruuf, fedhii maamiloota keenyaa hubannee gahee nurraa eegamu bahuu qabna jedhan.
    Keessayyuu tajaajila dhaloota ammaatiin walmadaalu kennuun murteessaa ta'uu ibsan.
    Pirezidaantii ittaanaan Riteel baankii obbo Dassaaleny Alamuu, hojjattoonni Oomisha baankichi dhiheessu hubatanii hojii irra oolchuu akka qaban dhaamaniiru.
    Dijitaala irratti hojjachuun tajaajila egeree baankiiti jedhan, pirezidaantii ittaanaan raawwachiisaa Biizinasii Baankii daldalaa Itoophiyaa obbo Darajjee Fufaa. Jilli obbo Darajjeen durfamu, dameelee baankichaa magaalaa Hosaanaa daawwachuun, dhimmoota adda addaa irratti hojjattoota waliin mari'ate. ******* Jilli pirezidaantii ittaanaa raawwachiisaa biizinasii obbo Darajjee Fufaan durfamu, kenniinsa tajaajilaa dameetti kennamaa jiru daawwateera. Daawwannaa boodas, hojjattoota distiriiktii Hosaanaa waliin, dhimma dijitaalaa, qabeenya maddisiisuu fi kenniinsa liqii akkasumas qulqullina kenna tajaajilaa irratti mari'ataniiru. Marii kana irratti, tajaajila dijitaalaa baballisuun dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuuti jedhan, pirezidaantii ittaanaan raawwachiisaa biizinasii obbo Darajjee Fufaa. Kanaaf haala yeroo hubatanii, waan jabanni barbaadu haala gaariin raawwachuun, murteessadha jedhan. Dhimmi 'credit Democratization' baankiif, dhimma murteessadha. Kana jechuun lammiin hundi liqii kana irraa fayyadamuu waan qabuufi jedhan. Pirezidaantii ittaanaan muuxannoo maamilaa obbo Hayilayessuus Baqqalaa gama isaanitiin, amma jabana jijjiiramaa keessa waan jirruuf, fedhii maamiloota keenyaa hubannee gahee nurraa eegamu bahuu qabna jedhan. Keessayyuu tajaajila dhaloota ammaatiin walmadaalu kennuun murteessaa ta'uu ibsan. Pirezidaantii ittaanaan Riteel baankii obbo Dassaaleny Alamuu, hojjattoonni Oomisha baankichi dhiheessu hubatanii hojii irra oolchuu akka qaban dhaamaniiru.
    0 Commenti 0 condivisioni
  • Guitar Nuovo
    $19,500.00
    In stock
    Addis Ababa, Ethiopia
    YAMAHA F6000 Guitar

    GUITAR


    BOX GUITAR
    Brand :-YAMAHA
    Model :- F6000
    conditions:- Almost New


    Price 19,500



    0973005407
    0910610796

    https://t.me/wakene30


    ADRESS MEXICO DEBREWERK TOWER 4th Floor
    Office No👉🏿428
    አድራሻ :- ሜክሲኮ ደብረወርቅ ህንፃ 4ተኛ ፎቅ ቢ.ቁ 428


    Delivery 👉🏿0973005407
    YAMAHA F6000 Guitar GUITAR 📍BOX GUITAR 📎Brand :-YAMAHA 🔗Model :- F6000 🔗conditions:- Almost New Price 19,500 📲0973005407 📲0910610796 ♦️https://t.me/wakene30 ADRESS👉 MEXICO DEBREWERK TOWER 4th Floor Office No👉🏿428 አድራሻ :- ሜክሲኮ ደብረወርቅ ህንፃ 4ተኛ ፎቅ ቢ.ቁ 428 Delivery 👉🏿🚘📲0973005407
    0 Commenti 0 condivisioni
  • ብዙ ነው ምስጋናዬ-መዝሙር
    ብዙ ነው ምስጋናዬ-መዝሙር
    0 Commenti 0 condivisioni 0
  • vCA
    vCA
    Tipo di file: pdf
    0 Commenti 0 condivisioni
  • Emarket
    Emarket
    Tipo di file: zip
    0 Commenti 0 condivisioni
  • 3Ds
    3Ds
    Tipo di file: docx
    0 Commenti 0 condivisioni
  • 0 Commenti 0 condivisioni
  • ቤት የሚፈልጉ የት ይሁንላችሁ
    ቤት የሚፈልጉ የት ይሁንላችሁ
    2
    0
    0
    0
    0 Commenti 0 condivisioni
  • 0 Commenti 0 condivisioni
Gojjochat https://gojjochat.com